Fuula Dura

From Wikipedia
Jump to navigation Jump to search
GARA WIIKIIPIDIYAA KUTAA AFAAN OROMOO BAGA NAGAAN DHUFTAN
Namni Afaan Oromoo beektan hundi barreessuu ni dandeessu

Barreessuu Jalqabuuf [1] kana bani.
Barreeffama jijjiirama barbaadan ilaluuf kana bani.
Tarreeffama barruu Wiikiipiidiyaa hundi qabaachuu qabu

Tarreeffama barruu Wiikiipiidiyaan Afaan Oromoo qabaachuu qabu
Fuula Duraa · Jijjiirrama Dhihoo

Gargaarsa ·Barreessuu

GARA WIIKIIPIDIYAA KUTAA AFAAN OROMOO BAGA NAGAAN DHUFTAN
Flag of the Oromia Region.svg
Mata Duree Har'aa
Gareewwan
Nuvola apps edu science.svg


Gnome-fs-client.svg


Nuvola apps kcoloredit.svg


Icon tools red.svg


Flag of the Oromia Region.svg

Oromiyaan kutaalee Itoophiyaa saglan keessaa tokkodha. Ballinaa lafa bahaa hanga kibba-dhihaa biyya keessatti 353,632 km² ta'ee qabatee, baayyinaa ummataa bara 2002 tilmamee hanga miliyoona digdamii-afurii qabdi, kunis ballina lafaa fi baay'ina ummataan biyyaa keessaa tokkofaa ishee tasisaa. Isheenis kan ofii keessa qabduu: kutaa Arsii, Baalee, Harargee, Iluu Abbaa Booraa, Kafaa, Shawaa, Sidaamoo fi Wallagga of keessaa qabdi, Booranaa fi Gujiin Sidaamoo jalatti walitti qabama turan. Magaalaan guddoon Oromiyaa durii Finfinnee yoo taatu, kan ammaa garuu Adaamaadha. Bara booda gaaffii mirgaa sabni Oromoo gaafateen booda gara Finfinneetti deebbite. Magaallan gugguddoon biraa Oromiyaa keessatti argaman Adaamaa, Amboo, Asallaa, Bishooftuu, Dambidoolloo, Fiichee, Gimbii, Gobbaa, magaalaa Jimmaa, Mattuu, Nagallee Booranaa, Naqamtee, Shaashamannee fi Walisoo dha.





Poortaalii


Wiikipiidiyaa Afaanota Afrikaa kan Biraatin