Hojji:Wa'ee

From Wikipedia
Jump to navigation Gara barbaadutti ce'i

Naziiruu Muzamil

Kan dhalate guddate Godina Jimmaa aanaa sasxxamma tii Barumsaa sadarkaa tokkoffaa haga sadarkaa 4faa achuma ganadaa saduuu tii baratee sanaa booda garaa magaalaa gatiraaa deemun Barumsaa isaa itti fufe yunivarsiitii Jimmaa achumatii Ebifamee digirii lammaffaa fudhatte Ebifamee gara magaalaa gatiraaa deemun mana barumsaa sadarkaa 10faa Bariisaa ture Ergasii

Baraa 2012 Wayyaanee qabu fii utuu Barbadamu

Barisisuma addaan kutee baqachuu tii kahee kara mila baqachuu itti fufe milan deemee Jibuutii gahee Jibuutii irraa donii Yamen yabatee Yamen keessa woggaa tokko tokko sana booda Sa'ud Arabiyaa magaalaa Riyad waggaa sadi'i ture [Naziiruu Muzamil 1]




Cite error: <ref> tags exist for a group named "Naziiruu Muzamil", but no corresponding <references group="Naziiruu Muzamil"/> tag was found