Fuula Dura

From Wikipedia
Jump to: navigation, search
GARA WIIKIIPIDIYAA KUTAA AFAAN OROMOO BAGA NAGAAN DHUFTAN
Namni Afaan Oromoo beektan hundi barreessuu ni dandeessu

Barreessuu Jalqabuuf [1] kana bani.

Barreeffama jijjiirama barbaadan ilaluuf kana bani.
Fuula Duraa · Jijjiirrama Dhihoo · Gargaarsa · Odeeffannoo

Barreessuu · Ingiliffa gara Oromiffaatti · Barnoota · Oduu

GARA WIIKIIPIDIYAA KUTAA AFAAN OROMOO BAGA NAGAAN DHUFTAN
Flag of the Oromia Region.svg
Mata Duree Har'aa

Itita Dhiigaa (Coagulation)

Fayibriin(Fibrin)iin gosa pirootiinii yoo ta'u dalagaan isaas itituu dhiigaa (blood clot) (walitti qabama dhigaa kan yeroo baayyee yoo namni dhiigu ta'u) keessatti dha. Pirootiinii kanatti polymerise ta'e pilaatileetota (platelets) wajjiin walitti qabamudhan yoo namni madaa'e dhiigu akka dhiigni walitti qabamu taasisa.

Fayibriiniin kuni kan midhafame kutaa isaa zymogen faayibrinoojiin(fibrinogen), kan pilaasmaa dhiigaa glycoprotein ta'e kan bishaaniin makamu danda'u kan Tiruun midhafame of keessaa qaba. Adeemsaa walitti qabama dhigaa (coagulation) keessatti zymogen prothrombin gara serine protease thrombinit jijjiirrama, kunis jijjiirrama fibrinogen irra gara fibrinit godhamuf sababa ta'a. Achiin booda Fayibriinin gara lachuun walitti qabamee akka walitti qabamuu dhiigaa (clot) ta'u godha, fayibriininis kan walitti qabamu factor XIIIn.


Mata Duree Wal-fakkaatu (Related Topics)


Portal:Biotechnology
Portal:Engineering
Portal:Energy
Oduu Ispoortii Odeeffannoo
Portal:Information technology
Portal:Space exploration
Portal:Transport
Barnoota Oromiyaa Sagalee fi Viidiyoo



Odeeffannoo Haaraa
Odeeffannoo Wiikipidiyaa Afaan Oromootin...
Footoo Har'aa


Abebe Bikila 1968c.jpg