Fuula Dura
GARA WIIKIIPIDIYAA KUTAA AFAAN OROMOO BAGA NAGAAN DHUFTAN
Namni Afaan Oromoo beektan hundi barreessuu ni dandeessu
Barreessuu Jalqabuuf [1] kana bani.
Mata Duree Har'aa
COAGULATION Fayibriin(Fibrin)iin gosa pirootiinii yoo ta'u dalagaan isaas itituu dhiigaa (blood clot) (walitti qabama dhigaa kan yeroo baayyee yoo namni dhiigu ta'u) keessatti dha. Pirootiinii kanatti polymerise ta'e pilaatiletis (platelets) wajjiin walitti qabamudhan yoo namni madaa'e dhiigu akka dhiigni walitti qabamu taasisa. Fayibriiniin kuni kan midhafame kutaa isaa zymogen fibrinogen, kan pilaazmaa dhiigaa glycoprotein ta'e kan bishaaniin makamu danda'u kan Tiruun midhafame of keessaa qaba. Adeemsaa walitti qabama dhigaa (coagulation) keessatti zymogen prothrombin gara serine protease thrombinit jijjiirrama, kunis jijjiirrama fibrinogen irra gara fibrinit godhamuf sababa ta'a. Achiin booda Fayibriinin gara lachuun walitti qabamee akka walitti qabamuu dhiigaa (clot) ta'u godha, Fayibriininis kan walitti qabamu factor XIIIn.
|
||||||||||||||